➥ Dhiirri tokko yeroo ispeermii dhangalaasu seeliwwan buuphaa cabsan miliyoona 300 ol gara qaama dubartii seena, garuu tokko qofatu buuphaa cabsa.
➥ Dhiirri tokko yeroo ispeermii isaa dhangalaasu qixa nyaata isaa guyyaa afurii balleessetti lakka'ama.
➥ Waanuma warri dulloome waa'ee sex hin yaanne sinitti fakkaachuu danda'a, garuu dhugaan jiru akka himutti jaartiwwan addunyaa kanarra jiran sadi keessa tokko guyyaatti waa'ee sex ni yaaddi, ni hawwitis.
➥ Uummata addunyaa kanarra jiru keessaa parsantii 5% qofatu guyyaa guyyaan sex godha; parsantiin 20% guyyaa lama lamaan sex akka godhan ragaan arganne ni mul'isa.
➥ Addunyaa kanarraa biyyi sex yeroo baay'ee godhuun beekkamtu Giriiki( Greece).
➥ Dhiirri kamiyyuu jiddugaleessan yeroo 50 ol abjuudhan yeroo sex raawwatu ni arga.
➥ Dhiironni fufurdaan dhiira qal'aa caala dachaa sadi sex gochuu irra ni turu.
➥ Dhiirota lafarra jiran keessa parsantiin 95% ol masturbation(fedhii ofiin ofbaasuu) ni raawwatu; Dubartoonni immoo parsantiin 75% ol masturbation ni rukutatu.
➥ Biyya Ameerikaatti warri wal fuudhan sireetti aansee konkolaataa isaani keessatti sex raawwatu.
➥ Ummanni Itoophiyaa(anaaf si dabalatee) iddoo 'google search' jedhutti jecha 'sex' jedhu yeroo baay'ee search gochuun biyya isaani addunyaa irraa sadarkaa arfaffaa qabachiisaniiru.
➥ Dhiirri fiilmii sex normal kan ta'e qofa yoo laale fedhiin isaa ka'uu danda'a; Dubartoonni garuu waanuma fedheen itti dhaabbachuu danda'a, fakkeenyaf yeroo goodatti sareen walgootu, harreen walkortu fi k.k.f yeroo argan shamarran fedhiin isaanii itti ka'uu danda'a.
➥ Dubartiin kamiyyuu jireenya ishii guutuu dhiira durbummaa ishii galaafate hin irranfattu. Kan nama aja'ibummoo nama biraatti heerumtuyyuu isa durbummaa ishii fudhate gaafa inni ishii waame kan hin dinne ta'uu ishiiti.
2 comments:
Cool! and Keep it the good work!
Thank you!
Post a Comment