✍ Sammuun ilma namaa akka baankiiti waan ati ol kaawwatteen ala siif hin kaa'u!
🤜 Mallaqa xiqqoo yoo kaawwatte yeroo baafattus xiqqoodhuma olkaawwatte sana baafatta.
🤜 Baayy'ee yoo ta'es akkasuma.kanaafuu sammuu keenya guddaadhaaf waa xiqqoo olkaawuu dhiifnee waa baay'ee fi waan guddaa ta'e haa kuufannu.
✍ Egeree keenya boruuf har'a haa jabaannu.Waan gaarii yaaduufi dalaguun milkaa'ina keenyaaf bu'uura!!!!!
✍ Bakka deemtu marattii toli, eebba🙏🙏🙏🙏 abbootti fudhadhu, Horaa bulaa deebbanaa ooro koo yeroo gaarii qabaadhaa!
No comments:
Post a Comment