____
๐ทโ๐ข๐๐๐ โ๐๐ โ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐. ๐ผ๐๐๐๐ , ๐๐ข๐๐๐๐ก๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐ข ๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ข; ๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐.
❤️ ๐ฝaalalaa fi kabaja siin walmadaalu siif kennuu diddee jaalalleenkee si rakkisaa jirti ta'a. Atis rakkoo kana furuuf furmaata jettee kan yaadde gootee, ittuu jaalalli keessanis badaa deemee, tuffiin ishiin siif qabdummoo dabalaa deeme ta'a. Yeroo kanammoo hamma ati irraa beektu fi hin beekne sammuunkee yaadaa fi gaddaan waxalamee xiiqiidhumaaf jettee ishee faana rakkataa jirta yoo ta'e, barreeffama kiyya har'aa kanarraa furmaata akka argattu abdiin qaba.
๐๐ฐ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐'๐, ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐.
Shaa jedhi, miidhagina kee eeggadhu, hariiroo hiriyootakee waliin qabdu jabeeffadhu, barataa yoo taate barnoota keetti jabaadhu, bu'aa qabeessa ta'i. Yeroo kana isheen onnee ishee keessatti mana siif ijaaraa deemti. Yeroo muraasa booda si kabajji, jaalallis ni hoo'a, waan barbaaddus ni argatta.
๐ฒ๐ฉ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐'๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐. Miskoola argitee jirti, duras beekaa kaasuu didde, arguus dhabuu malti, ammammoo yoo xiqqaate miskoola siif gochuu hin dadhabdu ture. Waan si hin kabajneef fi sin jaalanneef malee. Turtee turtee siif bilbiluu hin dhiistu. Kanaafuu kunis murteessaadha.
๐ฑ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐.Balleessaa isheen sirratti hojjattu maalif goote, maalan si godhe jettee gaafachuuf yeroo hin gubin. Osoo beektuu goote, atis badii qabaattee miti, namummaama keetu itti hin tolle malee badii isheef ofiif dhiifama si gaafatti ture.
Waanuma hundaafuu jecha armaan gadii kanaan dubartii jaalalaan injifachuu ni dandeessa.
"๐บ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐". Erga jaalalli uumamee gidduutti kan laafu yoo ta'e jechi kuni sirriitti hojjata.
No comments:
Post a Comment