Kitaabota Afaan Oromoo 445 Mata Duree Isaanii fi Maqaa Nama Barressee Waliin

 


Barreessitoota Oromoof - Yeroo kitaaba maxxansiiftan akka

mata duree kitaaaba nama biroo hin filanneef isin gargaara.

Dubbistoota Maraaf - Kitaaba kanaan dura hin dubbifne

argachuu fi eenyu akka barreesse baruuf isin gargaara.

MATA DUREE KITAABOTA AFAAN OROMOO

●A

Alii Barkii - Isaayyaas Hordofaa

Anaan'yaa - Prof. Asafaa Tafarraa

Abjuukoo Hin Gurguru - Eebbisaa Bayisaa

Aarsaa - Abiraaham Jaalataa

Abuuruu - Jaatanii Bonayyaa

A'aa - Abdiisaa Balaachoo

Anaa Fi Dinsirii - Abdiisaa Balaachoo

Amartii Imaanaa - Hambaasan Guddisaa

Abjuu Edaa - Kabbadaa Alamuu

Abbaa Hin Qabu - Kumaa Duulaa

Abdii - Ifaa BT Galataa

Anaafi Isaan Gidduutti= Lammii Tarreessaa

Ate-Loon = Prof Asafaa Tafarraa

Anaa Fi... - Koomartikeet Yaaddessaa

Alanfannaa Bishaanii - Nimoonaa Injiguu

Amala Namaaf Iccitii Jaalalaa - Qannoo Addisuu

Aadaa Oromoo Wallaggaa= Luba Dafaa Jamoo

Anaa Fi Ameerikaa - Eebbisaa Baayisaa

Ashalamoo - Abdiisaa Turii

Afaan Qawwee Jalatti - Lammiii Beenyaa

Ayyaana Korroosoo - Abdiisaa Turii

Atis Ni Moota - Warqinaa Abarraa

Artiifi Aartistii Oromoo- Daadhii Galaan

Awwaala Jiraa - Calqabaa Guddataa

●B

Bishaan Gubate – Mahaammad Siraaj

Beekumtaa Oromoo - Filee Jaalataa (PHD)

Baduukoo Eenyutu Dhokse? - Ashannaafii Bahaaruu

Biiftuu Haqaa - Falmataa Kafanaa

Beekaa - Mushurraa Taganyi

Bilchina Miiraa - Dr. Iyoob Maammoo

Booree Booruu - Beekanii Taakkalaa

Biiftuu Diiramaa - Mangashaa Riqituu

Burreen Bifa Tokkoo Miti - Gaaddisaa Birruutiin

Bu'uuraalee Ogbarruu Oromoo - Fedhasaa Taaddasee

Booree Baroode - Cabsii Taliilaa Galaan

Biiftuu Barasaa - Shifaa Ibiraahim

Barbaadanii Of Argachuu - Diittaa Huseen

Bakka Yaadne - Warquu Guddinaa

Booree - Guddataa Hirphoo

Barnoota Oromiffaa: Seera Qajeelcha Afaanii - Toleeraa

Tasammaa Fi Hundasaa Waaqwayyaa

Booree Booranaa - Abarraa Hambisaa

Barbadaa - Lalisaa Abbaa Garoo

●C

Cuunfaa Dhiigaa -Yeeyyis Birruu

Callisa Burqa - Tasfaayee Gabira'aab

Coqorsa Abdii - Galataa Tsaggaa Naggasaa

Cagaddii - Falmataa Taarraqany

Cancala - Birmadummaa Namee

Ciniinsuu - Lammii Girmaa

Cabaa Cabsan - Lalisee Mokonnon

Caba Cabaan Cabe - Galaanaa Faaris Adam

Corcarii - Moonaa Fiqaaduu

Cancala Seenaa - Tsahaay Kumsaa

Caba Cabaan Cabee Lafee Ta'e - Qorichoo Shufeeraa

●D

Dhaloota Mul'ataa - Kaanenus Kaasaa

Dhangaa Dhangala'e - Ballinaa Waaqjiraa

Dorrobaa - Mo'ibon Baqqalaa

Dhikkifannaa - Beekan Gulummaa

Dhaqdhaqii - Gammachiis Abarraa

Du'aa Jiraatu - Waadaa Bultii Caalii

Dubbisa Akeeka Ogummaa - Daawwitii Shifarraa

Dimiimmisa Kaleessaa - Abdiisaa Turii

Dirree Waraana Sadaffaa - Moonenus Hundarraa

Dirree Waraana Sammuu - Eebbisaa Baayisaa

Dhaloota Qaalii -Tolasaa Badhaadhaa

Dhaaddacha Sobaa = Bilisummaa Shibbiruu

Dhangaa Dhiigaa - Dinqaa Tuujii

Dhaadannoo Moo Yaadannoo?- Diinayaas W Abeebee

Duula Baratanii Barsiisuu Dargaggoota Arsii Fi Seenaa -

Abdiisaa Turii

Dhaloota Sodaa Cabse - Kadir Abdulaaxif

Dhaala - Mootii Abbaltii

Dhidhiibbaa Caba Dabale - Lalisaa Indiris Adam

Dugda Duuba Waan Badee - Daawwitee Tamasgeen

Dhaamsa Abbaa - Gaaddisaa Birruu

Dhaamsa Dhumaa - Galaanaa Dheeressaa

Danaa........Asafaa Tafarraa

Dungoo Jireenyaa - Eebbisaa Baayisaa

Daandii Mo'attootaa - Eebbisaa Baayisaa

Dibaa - Yaasoo Kabbabaa Hordofaa

Dirmammuu.........Takilee Qinaaxxii

DHANGAA DHALOOTA QUBEE: Tumsa Haaromsa Seenaa

Oromoo - Gazzahaany Lammii

Dhoksaa Jireenyaa.......... Abdii Fiixee

Dhundhuma Hin Dhumne...Abdiisaa Tibeessoo

Daaniyaa - WADO

Du'a Gurraacha - Yoomiyyuu Mul'ataa Kitil

Du'a Dhumaa - Bariinaan Jifaaraa Guutaa

Du'i Du'a Gootaa - Jaaloo Jaarraa

Duumessa Hin Roobin - Taaddanee Hirphaa

Duumessa Galgalaa - Oromiyaa Qaccee

Duub Deebii Seenaa - Gammachuu

Duudhaa - Maammoo Gadaa

Dukkana Barii Jalaa - Fedhasaa Taaddesee

Dhiiga Dhiigaaf Dhiige - Dammaqsaa Firoomsaa

Du'aaf Jireenya Gidduu - Lammii Beenyaa

Dilbii Afoola Oromoo - WATO

Dhangaa - Gabii Bunoo

Dhabsuu Seenaa - Geetaahun Hayiluu

Dorrobaa Maseene - Tigist Warquu

Du'a Dhumaa - Bariinaan Jifaaraa

Dammadaamuu - Hinseenee Makuriyaa

Deemsa Qocaa - Dargaggoota Shan

Dirqama Dhalootaa - Galataa Maammoo

●E

Egeree Oromoo Fi Humna Mo'ichaa - Ofiikoo Nugusee

Eenyu Siin Jedhu? - Injiner Lalisaa Bantii

Eelaa Imaltuu - Amanuu Taakkalaa

Eelaa Jireenyaa..........Baqqalaa Lataa

Eela........... Rahiimaa Jawwaar

Ekeraa Haramaayaa - Abraaham Tasfaayee

Eelaa Harmee - Oliyaad Cimdii

Ekeraa Dhugaa - Hundaa’ol Mokonnin

Edas Edanas - Prof Asafaa Tafarraa

Ekeraa Dimokiraasii - Dajanee Xaafaa

Ernistoo Cheguveeraa - Mangistuu Warqinaa

●F

Furtuu Gumaa - Tashoomaa Guuttataa

Faana Imaanaa - Walabummaa Dabalee

Firii Wareegamaa - Biqilaa Amanuu Abbaa Shoomaa

Faana Of Dha'uu - Falmataa Taarraqany

Finfi - Prof Asafaa Tafarraa Fi Hiriyoota

Fedhii Gamtokkee ..... Gaaddisaa Birruu

Furgaasi - Aangos Saamu'eel

Faaya Fayyaa - Dr Naafyaad Geetuu

Faan Dhoofticha Gadoo - Hinseenee Makuraa

Faana Imaanaa....Walabummaa Dabalee

Firii Farraa - Muhaddiin Hasan Godaanaa

Fiigicha Miiltoo Dhabe - Kumee Mootii

Faaya Oromiyaa - Abdiisaa Guyyee

Faana Seerluga Afaan Oromoo - Taayyee Danda'aa Araddoo

●G

Galaa Qeerroo - Dargaggota Shan

Gaabbii Injifachuu - Yohaannis Warqinaa

Godaannisa Jilbaa - Gamtaa Zawudee

Gaaddisa Gurraacha - Amaan Guddataa

Guduunfaa Hin Hiikamne - Ayyaantuu Jaallataa Biilaa

Gatiin Namaa Meeqa? - Ebisa Bayissa

Gadoo Lakkuu - Gaarii Abbaa Booraa

Galaa Sammuu - Galataa Tsaggaa

Gaaffii - Hundumaa A Booji'aa

Galfata - Lalisaa Indiris Adam

Galaa Dhiigaa - Abraham Jaaalataa

Godaannisa.......... Dhaabaa Wayeessaa

Gurraacha Abbayaa - Dhaabaa Wayyeessaa

Gabrummaa Birmadummaa Fakkaattu - Mihratuu Shaanqoo

Guuboo Seenaa ......... Beekan Gulummaa

Gaachana Dhommoqe..... Beekan Gulummaa

Gindiillaa - Beekan Gulummaa

Gadaa Biqile - Isiraa'el Tamasgeen

Gundoo Booree - Maaramee Harqaa

Guca Qabsoo Oromoo- Yoomiyyuu Mul'ataa Kitil

Gaadii - Beenyaa Dhaabaa

Gadoo Lakkuu - Gaarii Mangashaa

Gatii Gumaa - Latii Caalii Likkaasaa

Gola Icciitii - Gammachuu Irreessoo

Garaacha Garaan Gube - Barnaan Jifaaraa

Galaa Jireenyaa - Hinseenee Makuraa

Gantuu - Dheeressaa Gannatii

Gadaa - Bokkuu Gadaa Dhaabbata Maxxansaa Fi Beekisisaa

Gaggeessummaa A To Z - Dr. Iyyoob Maammoo

Gara Jabeenya Abbootii Irree - Iddoosaa Margaa

Gaadidduu Gaaddisaa - Jabeessaa Galoo

Gammachiisaa - Waldaa Macaafa Qulqulluu Itiyoophiyaa

Galata Waaqayyoo - Dhaabbata Amantii

Gumbii Oduu - Luba Dafaa Jamoo

Gola Icciitii - Gammachuu Irreessoo

Ga'umsa Dhokataa Keessakee Jiru - Eebbisaa Baayisaa

Garagaltoo - Xiiqii Dajanee

Galaa Dooccoo - Dilgaasaa Dirribsaa

Galata Qeerroo- Ibsaa Ahmedsiraj

Giimii – Beekaan Gulummaa

Goolii Gurraacha - Toleeraa Fayisaa

●H

Hin Dhaqiin - Lammii Sobbooqaa Gurmuu

Harmee Harma Malee- Sisaay Bulbulaa

Hayyuutu Ragaa Bahe- Argannee Katamaa

Hirmii- Cabsii Taliilaa Galaan

Humna Muldhataa - Eebbisaa Baayisaa

Hubannaa - Maammoo Gadaa

Hiree Hiraarfamte - Sooran Nugusaa

Huursaa - Luba Dafaa Jamoo

Horooroo - Bitaacha Dhaabii(Gabree)

Hiree Jal'atte - Tolaa Urgii

Hayyuutu Bahe Ragaa - Argannee Katamaa

Humna Gaarummaa - Hinseenee Makuraa

Haalan Gaggaarii - Muhammad Saahil

Hiika Mo'ataa Guddicha - Guutuu Indaashoo

Hiree Dukkanoofte - Naa’ol Alamuu

Hiree Galgalaa - Hawwii Gonfaa

Huuruu Harree - Qannaa Wayyeessaa

Hawwii. .........Isaayyaas Hordofaa

Halluu Du'aa - Ebisa Bayissa

Handhuura Oromoo - Irranaa Gammachuu

Halluu Yaadaa - Tokkichoo Ifaa

Halkan Hamaa Sana - Warqinaa Shifarraa

Hirmaata Dubbii Afaan Oromoo- Dr.Hayilee Fidaa

Himata Dhidhime - Oliifan Fiqaaduu

Haqa Miliqe - Angaatuu Caalaa

●I

Imala - Galataa Salbaanee

Itti Jabaadhu - Shuumii Abarraa

Ija Banaa - Iliyaas Abdallaa

Ichima Jaalalaa= Rabbirraa Getaachoo

Irbooricha - Wabii Kabbadaa Barkeessaa

Ilkee Miliqe - Keenboon Abrahaam

Isa-Nahafee - Leencoo Lataa

Ishrak - Tamasgeen Axinaafuu

IHIM- Orooliyaanaa Daani'eel

Ilaalcha Oromoo - Dirribii Daamusee

Imimmaan Haadhaa.......... Toleeraa Fiqiruu

Imaanaa Imaltuu........ Abraahaam Tasfaayee

Iccitii Geggeessummaa - Mihratuu Shaanqoo

Ija Nan Bu'iin - Kanaa'ol Badhaadhaa

Irreecha Harsadii - Caalaa Soorii

Imala Jireenyaa - Gaasharee Abdiisaa

Ilkee Arrabaa - Yeyis Biru Negero

Imaanaa Jireenyaa - Yeroosan Shallamaa

Ijoo - Wandimmuu Mul'ataa

Ilaalcha Dhalootaa - Abdiisaa Ejjetaa

Ida'amuu - Dr Abiy Ahimad

Ijibbaata - Yaasoo Kabbabaa

Innika - Baqqalaa Nadhii Fi Gannatii Gurmeessaa

Ichima - Dhaabaa Wayyeessaa

Ilaalcha - Dr. Iyyoob Maammoo

Itti Fayyadama Yeroo - Dr Iyyoob Maammoo

Imalli Keenya Eessa? - Abdii Abbabaa

Ilillii Ededarraa - Urjii Lammii

Ifaajee Cubbuu - Isa Husen

Irbuu Obboroo - Kumaa Margaa

Iccitii Gadaa - Mohammed Kadir

Imimmaan Oshiwitzi - Hinseenee Makuriyaa

Imimmaan Haadhaa - Eebbaa Qananii

Imimmaan Mararoo - Tokkummaa Caalaa

Imimmaan Jiituu Yoom Qoora? - Didhaa Tolaa

Ilma Abbaa Fakkaatu - Dajanee Kiisii

Ija Xaraa - Dabalaa Damee

●J

Jaalala Summaa'e - Qananii Sobbooqaa

Jechamoota Afaan Oromoo Fi Hiikota Isaanii - Nagaash

Hirphaa

Joortuu Jaarraa - Ibsaa Asheetuu Dagaa

Jaarraa Jaaraa - Abdii Qajeelaa

Ji’a Dukkanaa - Daandii Guutamaa

JAARRAA:Seenaa Haaromsa Booranaa - Jaatanii Diidaa

Jabala Jaalalaa............ Wasanee Bashaa

Jinnii Nyaaraa.........Ayyaanaa Mul’ataa

Joora Saafaa Keessaa - Firaa'ol Fiqiruu

Jaarsummaa Gaabbii - Saamu'eel Gebroomsaa

Jireenya Gamtaa Sabaa - Jaallataa Jaafaroo

Jalqaba Barsiisaa - Oneesimos Nasiib

●K

Kulkulfata - Aaron Waggaarii

Kottaa Kolfaa - Eebbisaa Baayisaa

Karraaf Karaa Keenya - Seefuu Amanuu

Kooba Dubbii - Mohaammad Ahimed

Karaa Hundumaa Guddachuu - Dr. Iyyoob Maammoo

Kulkula - Qannoo Birhaanuu

Kolfeen Aarsa - Falmataa Taarraqany

Kudhaama - Feenet Girmaa Waaqtolaa

Kooticha Kota’ame.......Beekan Gulummaa

Kuusaa Gadoo.......Gaaddisaa Birruu

Kudhaama Jaalalaa - Abraaham Tasfaayee

Kudhaama Seenaa - Leellisaa Sayid

Kormammuu - Darara Nurgi

Kitaaba Leenjii Konkolaachisummaa - Darajjee Dassaaleny

Kunoo Kun Maali? - Lammii Bayii

Kililicha Samii - Guutuu Indaashoo

Kaayyoo Koo Gatee Hin Galu - Eebbisaa Baayisaa

●L

Lubbuu Du'aa Kaate - Raajan Waggaarii

Loltuu Haqaa - Gemechu Girma

Lammii Lammii Dhabe - Abdii E. Ayyaanaa

Leenca Oromoo (H/Aaddam Saaddoo - Amaan Nashaa

Huseen

Liiban Liibiyaa Taate(Yaadannoo Jaallewwanii)- Daadhii

Galaan

Loojikii - Dassee Alamaayyoo

Lookoo Jaalalaa.......Beekan Gulummaa

Lambaa Haguugame - Abdulhaalim Arabuu

●M

Mootichaa Fi Gooticha - Abdulhalim Arabuu

Mucucii Dhaabbii Dhabe - Caaltuu Basha'aa Maallima - Beekan

Sarbeessaa

Madaala Sammuu - Boonsamoo Mi'eessoo

Maaddii - Eebbisaa Baayisaa

Madaa Madaa Suphe...Gammachiis Alamuu

Miiltoo Jijjiiramaaf - Eebbisaa Baayisaa

Miila Hin Shokoksine - Yaasoo Kabbabaa

Mul'atan Qaba - Baqqalaa Garbaa

Miila Kaayyoo - Lataa Qana'ii Aagaa

Maal Kolfa Dhaloonni?-- Lataa Qana'ii

Maraannee Ilaalluu Laata? - Amaanu'eel Waaqturaa Moosisaa

Madaa Ciqilee - Isra’eel Habtaamuu

Maaltu Ta'uufi? - Daanyee Asaffaa

Masaanuu - Oliifan Fiqaaduu

Mil'uu Uumaa - Qannoo Biraanuu

Marii Gadaa - Mo'ibul Biluu Qawwee

Mallattoo Malaanmalfame- Fufaa Shittaayee

Maltee Hawwaasa Golgaa Duubaa - Guutuu Indaashoo

Maal Ta'inna Laata - Mararaa Tafarii

Mirriga Oromoo Harargee - BATO

Maltee Hawwaasa Golgaa Duubaa - Guutuu Indaashoo

Maaddii - Eebbisaa Baayisaa

Mammaaksa Keenya - Asiraat Damisee

Mammaaksa Oromoo Jiildii 1ffaa - Biiroo Aadaa Fi Beeksisa

Oromiyaa

Miiltoo - Eebbisaa Baayisaa

Maal Kolfa Dhaloonni - Lataa Qana'ii

Maraatummaa Aduu Gadii- Gammee Darajjee

Madaa Onnee- Lammii Guchii Hirphoo

Mucucuu- Cabsii Taliilaa Galaan

Mirga Ajjeesuu- Waaqoo Getaachoo

●N

Numalee(Aangoo Sanyiin Dhaalamte)- Daadhii Galaan

Namooma - Galaanaa Alamuu

Naatoo - Ofii Koo Abbaa Joobir

Nan Ganin Sin Ganuu - Firaa'ol

Numaaniyaa - Fedhasaa Taaddasaa

Namummaa........WBO (Waldaa Barreessitoota Oromoo)

●O

Of Ilaalee - Oliifan Darajjee

Obbo Joobir - Firaa'ol Fiqruu

Oolmaa - Haacaaluu Dhugaasaa Fi Diinayaas Warquu

Obonboleettii - Dr. Zalaalam Abarraa

Of Keessa Hin Badiin - Kumaa Margaa

Oromummaa Fi Islaamummaa - Ustaaz Gaalii Abbaa Boor

●Q

Qaallicha Gaafadhu - Lalisaa Indiris Adam

Qilillee. ...... Lalikaa Kuush (Burtukaan)

Qaanqattii - Galataa Tamasguu

Qara Eeboo......... Wasanee Bashaa

Qaroo Qeerroo - Gammachiis Burqaa

Qaroo Dhiiga Boosse - Mootii Mootummaa

Qabsoo Uummata Oromoo Eessaa Ka’ee Garamitti - Abbaa

Duulaa Gammadaa

Qaanqee Qabsoo Oromoo - Yaassiin Mohammadi Fi

Mohammad Ismaa'il

Qimmiiddaa - Ifargan Guddataa Itichaa

Qaalii - Obsii Filee Fi Baqqalaa Lataa

Qooqa Miiraa - Raagaa Isaayaas

Qooda Seenaa - Miilkoo Dabalee

Qarriiffaa Wal Nyaate - Sooressaa Hundarraa

Qaraa - Wasanee Bashaa

Qoraa Sammuu - Wasanee Bashaa

Qaxxisa Qabsoo - Jaal Lolaa

Qoricha Maraatuu - Magarsaa Qana'aa

Qorsa Sammuu - Wabayyaa Galaan

Qabsoon Oromoo Eessaa Garam - Tulluu Goolee

Qalbii - Mirreessa Amanuu

Qorii Qorsaa - Wasanee Bashaa

Qorlugaa Fi Seerluga Afaan Oromoo - Wasanee Bashaa

Qaroo Qaarite - Fiqaaduutasammaa

Qoraasuma Qorii - Oromoo Higgii

Qajeelcha Afaan Oromoo - Baqqalaa Mul'ataa

Qubee Afaan Oromoo - Dr. Sabbatoo Bushaa

Qubee Harmee - Nuredin Ibrahim

Qeerransa Kaampaasii- Gurmuun GAHAO

Qara Dhugaa- Baayisaa Bulbulaa

Qonyonyaa Hooqame - Lammeessaa Gachiisaa

●R

Rirriittaa - Hawwii Gonfaa

Raajii Baraa -Nimoonaa Kabbadaa

Riqicha - Jaarraa Bultii

Rakkinni Haa Rakkatu- Abdiisaa Ejjetaa

●S

Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 16 Ffaa Getaachoo Hayilee,

Tasammaa Ta'aa Fi Kan Biroo

Seenaa Abdiisaa Aagaa - Abrahaam Eebbisaa

Sansakkaa Sakaalame - Abdiisaa Ejjetaa

Siyaasa Oromoo - Mohaammad Alii

Sussuka Adoolessaa - Malkaamuu Taarikuu

Seenaa Oromoo - Obbo Darribii Damussee

Safuu Oromoo - Dr. Firaa’ol Taammiruu

Suuraa Abdii.......... Kumsaa Buraayyuu

Singiggoo - Abraaham Tasfaayee

Shira - Yaasoo Kabbabaa Hordofaa

Siif Galeeraa? - Mihratuu Shaanqoo

Seexaafi Seenaa......... Tafarii Nugusee

Seexaa Fi Seenaa - Guddataa Magarsaa

Seenaa Qabsoo Oromootaa - Mohaamed

Seenaafi Aadaa Oromoo- Fiixee Birrii

Seenaa Gootota Oromoo Fi Kaan - Shallamaa Kabbee

Siidaa Fi Asoogawwan Biroo - Moti Abelti Tufa

Siidaa Kaadhimamtootaa - Muhaammad Nuuraatiin

Simboo Jireenyaa = Moonaa Fiqaaduu

Sookoo Jaalalaa...... Badhaasaa Gabbisaa

Seeramoo Seenaa Sodaannu? - Waadaa Bultii Caalii

Seenaa Qabsoo Oromoo Walloo Fi Oromoota Kaaba

Itiyoophiyaa - Amanuu Taakkalaa Fi Feizah Ahimed

Siifan - Yaasoo Kabbabaa

Summii Nadhii Nyaate - Amarsan T Atoomsaa

Siyaasa Diingdee Itoophiyaa - Addisuu Bullaallaa

Seerluuga Afaan Oromoo - Dr. Abdusamad Mohaammad

Siyaasa Oromoo Tuulamaa - Geetaachoo Hayilee

Seenaa Dhugaaf Barreeffama Loogii - Taabor Waamii

Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 16ffaa - Alamaayyoo Hayilee,

Tasammaa Ta'aa Fi...

Seenaa Shanan Gibee - Ustaaz Gali Ababor

Siyaasa Oromoo - Mohaammad Alii

Seenaa Abiishee Garbaa - Ginbaar Nagaraa Kumsaa

Seenaa Gootota Shanan Gibee - Nabaanii Shaafii Sayid

Seenicha Sukkanneessaa Barri Dhokse - Walde Yohaannis

Warqinaa Fi Gammachuu Malkaa

Sabboonummaa - Shallamaa Kabbee

Sirna Gadaa Oromoo Arsii (Sikkoo Mandoo) - Seeyfuu Kadir

Seenaa Maarti Luuter Kiingi Xiqqicha - Baqqalaa Garbaa

Seera Afaan Oromoo - Dr. Xilaahuun Gamtaa

Saaqaa-Seer-Luuga Afaan Oromoo - Wasanee Baashaa

Sunsumaaf Geerarsa Oromoo -Xajjituu Taganee

Seenaa Qabsoo Oromootaa.... Mohammed Sayid

Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 20ffaa - Getaachoo Hayilee

Siimagan - Hinseenee Makuraa

Seenaa Oneesimos Nasiib - Luba Tasgaraa Hirphoo

Sossobbii - Siinan Huseen

Seenaa Rirmi Hin Nyaatu - Daani'eel Hambisaa

Safuu Kiyyeeffame -Muhaddiin Hasan Godaanaa

Shakkinee Gaafanne - Mohaammed Girboo

Siidaa Imimmaanii - Ibsaa Ahimadsiraaj

Suphee Suphaa Bade - Akimeel Abduu

Si Argeen - Abdii GA Caalii

Seenaa Oromoo Fi Farda - Gammachuu Maaramee

Siiqqee Fi Siillee - Gamtaa Zawudee

Sansakkaa Nama Kaayyoo - Eebbaa Qananii

Seenaa Sirna Gadaa Oromoo Maccaa Hanga Jaarraa 16ffaa -

ATO

Sirna Gadaa Oromoo Tuulamaa - ATO

Seenaa Qabsoo Uummata Oromoo Baalee Fi Ollaa Isaa -

Huseen Indheessaa

Seenaa Hundeeffama Oromoo - Prof Tasammaa Taa'aa

Sindararuu - Abdii Alkaadir Sayid

Sammuu - Milkumaa Destaa

Sorsa - Dilgaasaa Dirribsaa

Siifileen - Boonaa Abarraa

●T

Tokkummaa - Dr. Taakkalaa Oljiraa

Tsigeeradaa - Isaayyaas Hordofaa

●U

Utubaa Dachee - Iyyaasuu Tarrafaa Fayyisaa

Ulfan Qaba - Abdiisaa Guuttataa

Uummataa -Tamasgeen Gammadaa

Utubaa Hin Utubamne - Mooneet Badhaasaa

Uummataaf Dimookiraasii- Dastaa Dinqaa

Ujummoo Diriirsuumoo Baaldii Baachuu - Fedhasaa Taaddasee

Ulfa Ulfaate - Yeroosaan Haadha Xiiqii

Ulfa Jilbaa - Guutaa Bahaaruu Yaadatee

●W

Waa'ee Keenya - Gazzee Tolasaa

Wulwullee - Ahimad Zinaab Abbaa Garoo

Wal Maleen Qofaadha - Ibsaa Lammii Galataa

Waa Waatu Dhibe - Ayyaantuu Gabbisaa

Waadaa - Dastaa Dassaaleny

Waaree Waarii - Gaaddisaa Shifarraa

Waatu Waatu Jira - Ayyaantuu Gabbisaa

Weedduu Seenaa - Ximqataa Kumarraa

Wadaroo Miixuu = Dagaagaa Zarihuun

Waldhaansoo - Lachiisaa Miidhaksaa (Elema B Gudeta)

Waldhaansoo Gotoota Fi Warraaqa

Waa Dinqii - Alamayyoo Qubee

Weedduu Jaalalaa - Asteer Gannoo Salbaan

Waadaa Gadameessaa - Caalaa Warquu Fi Akliluu Ayyalaa

Waliif Moo Walirratti - Fufaa Shittaayee

●X

Xalayaa Jaalalaa....... Wasanee Bashaa

Xiyya Xiyyoon Cabe - Magartuu Yaaddessaa

Xurree Xureeffame - Humnasaa Aabbee

Xiifoo - Dhugabaas Badiruu

Xurree Qaroominaa - Galataa Tsaggaa

●Y

Yoomi Laata?.... Isaayyaas Hordofaa

Yoomilan - Amaanu'eel Balaay

Yeroon Siif Haa Dhiistu - Isaayyaas Hordofaa

Yaadanii....... Bantii Oliiqaa

Yaadii Duroomi - Tamasgeen Axinaafuu

Yaboo Yeellofte - Gosaa Turaa

Yaada Guddaa - Shumi Abera Gemechu

Yaadannoo Guyyuu Haannaa - Tamsageen Axnaafuu

Yoo Nagaroon Jiraate - Afrikaa Kabbadaa

No comments:

GAAFAN DU'EE SIIDAA KOO IRRATTI MAAL JETTANI BARREESSITU?

Guyyaa tokko namicha tokkotu daw’iidhaaf gara Amerikaa deeme jedhama. Biyyicha keessa olii fi gad deemee erga daw’atee booda dhuma irratti s...