Hangaa yoona osoo hin dhalliinmoo?
Guyyaa keessaa gaaftokko Arbaafi sareetu yeroo wal fakkaata
keessa rimaa’anii ji’a 3 booda sareen
ilmoolee hedduu dhaltee,ji’a 6 boodas rimooftee
ji’a 9 yeroo guutu ilmoolee hedduu dhaltee.Akkanumaan jechaa ilmoolee hedduu horattee ji’a 18 yeroo guutuu
garuu waa’een hiriyaa ishee Arbaa gaaffii itti ta’ee.isheenis gaafachuu bira
deemtee.ergaa bira geessen booda.atii garuu ulfaa’uu kee sirritti ni amantaa
jette gaaffatee kanaan yoo ni yaadata ta’ee guyyaa tokko irra turee kan nutti
ulfoofnee.ati garuu hanga yoona hin dhalliin jirta.anii garuu ilmoolee hedduun
qaba.
Arbiis ergaa dhaggeeffateen booda of tasgabbeessee akkas
jechuun ilaamee hiriyaa koo jaalatamtuu
ani kanaan ulfaa’ee saree osoo hin taanee Arbaadha.waggaa 2 keesstti yeroo
tokko isheetu lafaa raasaa .namnii yeroo argee fajajee dhaabbatee ilaala.kanaan
wagga lamaa keessatti argadhuu sanatu anaaf bakka guddaa qaba.jetten sareenis
tole jettee calliftee deemte. Ergaan koo…akka armaan gaditti
Yeroo hedduu wantootaa xixiqqoo dursinee,dursinee hojjetnee
waan muldhanneef ana qofaatuu beekaadha,ani hundummaan caalaa jedhanii yaaduun
akka dadhabiinni keenya guddatee namootatti muldhatuuf karaa bana.akkumma
keenya hojjetanii dadhabbiin isaanii lafa irraa jala harkifameetti akka nutti
of jajnuu nun taasisuu.yoo tureyyuu kaayyoon bakka hin geenye waan hin
jireef.
No comments:
Post a Comment