Liibaan: Abbaa Boloo,Boloon narraa dhorkii!Abbaa Boloo: Maal si godhee?Liiban: Dooqa kiyya laalee Bishaanitti na jalaa gate!Abbaa Boloo:Hindanda'u!Liiban:Hidda,Abbaa Boloo ija bu'iHidda:Maal si godhe?Liiban : Abbaan Boloo Boloon narraa dhorkuu didee Boloon dooqa kiyyaa ilaalee ilaalee Bishaanitti najala gateHiddaa:Hindanda'u!Liiban: Tuqaa,hiddaa kana nyaadhu!Tuqaa: Maal si godhe?Liiban: Hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee,Abbaan Boloo Boleen narraa dhorkuu didee,Boloo dooqa kiyya ilaalee ilaalee bishaanitti na jalaa gateTuqaa: Hindanda'uLiiban: Adurree,tuqaa kana nyaadhuuAdurree: Maal si godhe?Liiban: Tuqaan hidda nyaachuu didee,hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee,Abbaan Boloo Boloon narraa dhorkuu didee,Boloo dooqa kiyyaa ilaalee ilaalee bishaanitti na jala gateAdurree: Hindanda'uLiiban: Saree,Adurree kana nyaadhuuSaree: Maal si godheLiiban: Adurree tuqaa nyaachuu didee,tuqaan hidda nyaachuu didee,Hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee,Abbaan Boloo boloon narraa dhorkuu didee,Boloo dooqa kiyya ilaalee ilaalee bishaanitti na jalaa gateSaree:Hindanda'uLiiban:Waraabeessa,saree kana nyaadhuuWaraabessa,Maal si godheLiiban:Sareen Adurree nyaachuu didee,Adurreen tuqaa nyaachuu didee,tuqaan hiddaa nyaachuu didee,Hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee,Abbaan Boloo Boloon narraa dhorkuu diddee Boloon dooqa kiyya ilaalee bishaanitti na jalaa gateWaraabessa: Hin danda'uLiiban:Leenca Waraabeessa nyaadhuuLeenca:Maal si godheLiiban:Waraabeessi Saree nyaachuu dideee,Sareen Adurree nyaachuu didee,Adurreen tuqaa nyaachuu didee,tuqaan hidda nyaachuu didee,Hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee, Abbaan Boloo Boloon narraa dhorkuu dideee,Boloon dooqa kiyya ilaalee ilaalee bishaanitti na jalaa gateLeenca:Hindanda'uLiiban:Nama,Leenca kana ajjeessiNama:Maal si godheLiiban:Leenci Waraabeessa nyaachuu didee,Waraabeessi Saree nyaachuu didee,Sareen Adurree nyaachuu didee,Adurreen tuqaa nyaachuu didee,Tuqaan hidda nyaachuu didee ,Hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee,Abbaan Boloo Boloon narraa dhorkuu didee,Boloon dooqa kiyya ilaalee ilaalee bishaanitti na jalaa gateNama: Hindanda'u Liiban:Yaa Waaqaa,nama ajjeessiWaaqa:Maal si godheLiiban:Namni Leenca ajjeessu didee,Leenci Waaraabeessa nyaachuu didee,waraabeessi saree nyaachuu didee,Sareen Adurree nyaachuu diee,Adurreen tuqaa nyaachuu didee,Tuqaan hidda nyaachuu didee, Hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee, Abbaan Boloo Boloon narraa dhorkuu didee,Boloon dooqa kiyyaa ilaalee ilaalee bishaanitti najalaa gateWaaqa: Tole!Liiban:Galatoomi Waaqa!ati Mootii waa hundaati!
Liibaan: Abbaa Boloo,Boloon narraa dhorkii!
Abbaa Boloo: Maal si godhee?
Liiban: Dooqa kiyya laalee Bishaanitti na jalaa gate!
Abbaa Boloo:Hindanda'u!
Liiban:Hidda,Abbaa Boloo ija bu'i
Hidda:Maal si godhe?
Liiban : Abbaan Boloo Boloon narraa dhorkuu didee Boloon dooqa kiyyaa ilaalee ilaalee Bishaanitti najala gate
Hiddaa:Hindanda'u!
Liiban: Tuqaa,hiddaa kana nyaadhu!
Tuqaa: Maal si godhe?
Liiban: Hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee,Abbaan Boloo Boleen narraa dhorkuu didee,Boloo dooqa kiyya ilaalee ilaalee bishaanitti na jalaa gate
Tuqaa: Hindanda'u
Liiban: Adurree,tuqaa kana nyaadhuu
Adurree: Maal si godhe?
Liiban: Tuqaan hidda nyaachuu didee,hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee,Abbaan Boloo Boloon narraa dhorkuu didee,Boloo dooqa kiyyaa ilaalee ilaalee bishaanitti na jala gate
Adurree: Hindanda'u
Liiban: Saree,Adurree kana nyaadhuu
Saree: Maal si godhe
Liiban: Adurree tuqaa nyaachuu didee,tuqaan hidda nyaachuu didee,Hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee,Abbaan Boloo boloon narraa dhorkuu didee,Boloo dooqa kiyya ilaalee ilaalee bishaanitti na jalaa gate
Saree:Hindanda'u
Liiban:Waraabeessa,saree kana nyaadhuu
Waraabessa,Maal si godhe
Liiban:Sareen Adurree nyaachuu didee,Adurreen tuqaa nyaachuu didee,tuqaan hiddaa nyaachuu didee,Hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee,Abbaan Boloo Boloon narraa dhorkuu diddee Boloon dooqa kiyya ilaalee bishaanitti na jalaa gate
Waraabessa: Hin danda'u
Liiban:Leenca Waraabeessa nyaadhuu
Leenca:Maal si godhe
Liiban:Waraabeessi Saree nyaachuu dideee,Sareen Adurree nyaachuu didee,Adurreen tuqaa nyaachuu didee,tuqaan hidda nyaachuu didee,Hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee, Abbaan Boloo Boloon narraa dhorkuu dideee,Boloon dooqa kiyya ilaalee ilaalee bishaanitti na jalaa gate
Leenca:Hindanda'u
Liiban:Nama,Leenca kana ajjeessi
Nama:Maal si godhe
Liiban:Leenci Waraabeessa nyaachuu didee,Waraabeessi Saree nyaachuu didee,Sareen Adurree nyaachuu didee,Adurreen tuqaa nyaachuu didee,Tuqaan hidda nyaachuu didee ,Hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee,Abbaan Boloo Boloon narraa dhorkuu didee,Boloon dooqa kiyya ilaalee ilaalee bishaanitti na jalaa gate
Nama: Hindanda'u
Liiban:Yaa Waaqaa,nama ajjeessi
Waaqa:Maal si godhe
Liiban:Namni Leenca ajjeessu didee,Leenci Waaraabeessa nyaachuu didee,waraabeessi saree nyaachuu didee,Sareen Adurree nyaachuu diee,Adurreen tuqaa nyaachuu didee,Tuqaan hidda nyaachuu didee, Hiddi Abbaa Boloo ija bu'uu didee, Abbaan Boloo Boloon narraa dhorkuu didee,Boloon dooqa kiyyaa ilaalee ilaalee bishaanitti najalaa gate
Waaqa: Tole!
Liiban:Galatoomi Waaqa!ati Mootii waa hundaati!
No comments:
Post a Comment